Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Achiin maayessa inni Baarbaaniin isaanii hiikee, Yesuus ammoo tumamee akka fannifamu dabarsee kenneen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Yeroo sanitti Philaaxos Barbbaaniin hiikee isaaniif gad ni dhiise, Yesusiin garuu eega dhaansiseeniin duubatti, akka isa fannifamuuf dabarssee ni kenneen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Achiin maayessa inni Baarbaaniin isaanii hiikee, Yesuus ammo tumamee akka fannifamu dabarsee kenneen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:26
11 Referans Kwoze  

Hennaa san Philaaxoos Yesuusiin qabee dhaansise.


Philaaxoos yaa'ii gammachiisu'uuf jedhee Baarbaaniin isaaniif hiike. Achiin maayessa Philaaxoos Yesuusiin shabbeenaan dhaansisee akka fannifamuuf dabarsee kenne.


Eegasuu adabee isa hiika.»


Cubbuu irraa duunee, qajeellumma'aaf akka jiraannu, Kiristoos cubbuu keenna nafa ufiitiin fannoo irratti baadhate. Isin tumama madaa isaatiin fayyitaniirtan.


Isaan itti baldan, itti tufan, hin tumama, hin ajjeesan; haata'uu ammoo guyyaa saddaffa'aa hin ka'a» isaaniin jedhe.


Achiin maayessa isaan itti baldan, hin dhaanan, akka isa fannisaniif worra Yihuudota hin ta'initti dabarsanii isa kennan. Guyyaa saddaffa'aatitti du'aa hin ka'a.» isaaniin jedhe.


Kanaaf hennaa san akka fannifamu dabarsee isaanitti kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite