Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Gumiin martinuu deebisanii, «Dhiinni isaa nu'uu fi ijoollee teenna irra haa ta'uu» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Ummanni marrinuu, «Sababa du'a isaatiin adabbiin dhufu, nu'uu fi ijoollee teenna irratti haa ta'u!» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Gumiin martinuu deebisanii, «Dhiinni isaa nu'uu fi ijoollee teenna irra haa ta'u» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:25
20 Referans Kwoze  

«Maqaa kanaan akka hin barsiifne, jabeessinee isin hin seerree? Yerusaaleemiin kunoo barumsa keessaniin guuttaniirtu; dhiiga nama sanii nurratti fidu'uuf yaaddan!» jedhanii isaan gaafatan.


Raattota keessaa namni abbootiin keessan itti ka'anii hin ariine eennu? worra dhufa woyyichaa firrisanii dubbatan ajjeesaniiru. Worri karaa Maleekkotaatiin seera fudhatanii fayyadamuu hin eenne. Isinillee amma dabarsitanii isa kennitan hin ajjeeftaniinillee.»


Ka dhakaa kana irratti kufu hin caccaba. Namni dhakaan kun irratti kufe maruu hin bututa.]»


Haata'uu ammoo hennaa isa mormanii fi arrabsaniin uffata ufii hargufata'aa balleessaa keessaniif isintu gaafatama. «Ani qulqullu'u ammaa achi gara worra Yihuudota hin taanee deema» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite