Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Bulchaan wonti inni godhe, balleessaan isaa maali'i? jedhe. Isaan ammoo haa fannifamuu jedha'aa iyya'aa guddisanii wocan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Bulchaan'llee maaliif? «Balleessaan inni raawwate maal'i?» isaaniin jedhe. Isaan garuu, «Haa fannifamu!» jedha'aa, guddisanii ni iyyan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Bulchaan, «wonti inni godhe, balleessaan isaa maali'i?» jedhe. Isaan ammo, «haa fannifamuu» jedha'aa iyya'aa guddisanii wocan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:23
16 Referans Kwoze  

Guddisanii Laagaa ol qabatanii iyya'aa gurra isaanii qabatanii yaada tokkoon ta'anii gara isaa fiigan.


Hennaa lolli guddaan ka'e ajajaan loltuu kumaa Phaawuloosiin akka hin caccabsine sodaatee loltoonni bu'aanii jiddu'uu akka isa fuudhan gara ganda loltootaa akka galaaniin ajaje.


Philaaxoos eegasuu, «Yesuus Kiristoos ka jedhamu maal haa godhu ree?» isaaniin jedhe. Isaan martinuu, «Inni haa fannifamuu!» jedhan.


Philaaxoos booressuu ta'a malee womaa godhuu akka hin dandeenne haga arge, bisaan fudhateeti, dhiiga nama qajeela'aa kana irraa ani qulqullu'u; isintu itti gaafatama jedhee, gumii afo'otti harka ufii dhiqate.


Philaaxoos, bulchoota gadootaatii fi gumi'iin ani nama kana irratti yakka tokkollee hin argine jedhe.


Yoo sababaa du'aaf isa geessullee hin argine, Philaaxoos dursee akka isa ajjeesu kadhataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite