Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Philaaxoos eegasuu, «Yesuus Kiristoos ka jedhamu maal haa godhu ree?» isaaniin jedhe. Isaan martinuu, «Inni haa fannifamuu!» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 «Phiilaaxos'llee, eegaa, Masihii ka jedhame Yesusiin hoo maal haa taasisuun?» isaaniin jedhe. Marrinuu, «Haa fannifamu!» jechu'uun, ni deebisan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Philaaxoos eegasuu, «Yesuus Kiristoos ka jedhamu maal haa godhu ree?» isaaniin jedhe. Isaan martinuu, «Inni haa fannifamuu!» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:22
16 Referans Kwoze  

Eeganaa obboleeyyan tiyya, karaa isaatiin dhiifamsi cubbu'uu akka isinii ta'uuf, Seera Muuse'eetiin qajeellota ta'uu hin dandeenne.


Bulchoonni gadootaatii fi yaa'iin murti'ii martinuu akka ajjeefamuuf Yesuusiin irratti ragaa soqa'aa turan. Haata'uu ammoo nama isa himatu tokkollee hin argine.


Isaan walgayanii uduu jiran Philaaxoos, «Eennuun isinii hiika? Baarbaaniin moo Yesuusii Kiristoos jedhamu?» isaaniin jedhe.


Yaaqoobillee Yooseefiin uumate. Yooseefiin kun ka Maariyaamiin qaadhimate. Maariyaamiin tun ka, «Kiristoos» jedhamee maqaan itti moggaafame Yesuusiin deette.


Bulchaanillee deebisee, «Lamaan keessaa eennuun akka isinii hiiku feetan» isaaniin jedhe. Isaanillee, «Baarbaaniin nuu hiiki!» jedhan.


Bulchaan wonti inni godhe, balleessaan isaa maali'i? jedhe. Isaan ammoo haa fannifamuu jedha'aa iyya'aa guddisanii wocan.


Dubartittiin ammo, «Kiristoos ka jedhamu Masihiin akka dhufu hin beeka, inni yoo dhufe waan maraa nutti hima» jetteen.


Yoo sababaa du'aaf isa geessullee hin argine, Philaaxoos dursee akka isa ajjeesu kadhataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite