Wongeela Maatewos 27:21 - WAADAA LAMMATAA21 Bulchaanillee deebisee, «Lamaan keessaa eennuun akka isinii hiiku feetan» isaaniin jedhe. Isaanillee, «Baarbaaniin nuu hiiki!» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Bulchaan'llee, «Lamaan keessaa kamiin akka isinii hiikuuf barbaadan?» jechu'uun, ummata irra deebi'ee ni gaafate. Isaan'llee, «Barbbaaniin akka nuuf hiikituuf barbaanna!» jechu'uun, ni deebisan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Bulchaanillee deebisee, «Lamaan keessaa eennuun akka isinii hiiku feetan» isaaniin jedhe. Isaanillee, «Baarbaaniin nuu hiiki!» jedhan. Gade chapit la |