Wongeela Maatewos 27:19 - WAADAA LAMMATAA19 Uduu inni teessoo murti'ii irra taa'eeru, haati manaa isaa waan isaatiif adha eebju'uun rakkoo gudda'atu narra gayeera. Nama qajeelaa kana womaa hin godhin jettee isatti ergite. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Kanaan duubatti Philaaxos teessoo isaa ka murti'ii irra taa'ee uduma jiru haatii worraa isaa, «Waayee isaatiin halkan dabrre kana eebjju'uun baayi'ee makkaraaree jiraatii, nama qulqulluu san irratti womaayyuu hin raawwatin!» jechu'uun itti ni ergite. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Uduu inni teessoo murti'ii irra taa'eeru haati manaa isaa, «Waan isaatiif adha eebju'uun rakkoo gudda'atu na irra gayeera; nama qajeelaa kana womaa hin godhin» jettee isatti ergite. Gade chapit la |