Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Inni akka hinaaffa'aan dabarsanii isa kennan waan beekuuf.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Kana'llee sababaan jedheef, Yesusiin hinaaffa'aan dabarsanii akka kennaniin ni beeka waan tureef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Inni akka hinaaffa'aan dabarsanii isa kennan waan beekuuf.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:18
13 Referans Kwoze  

Bulchoonni gadootaa ammoo gara worra Saduqoota ta'anii worri isa woliin jiran maruu ka'anii hinaafanii isaan irratti ka'an.


Inni akka bulchaa gadootaa hinaaffa'aan dabarsanii Yesuusiin isatti kennan beekeera.


Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haata'uu ammoo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii?


Yihuudonnillee banii heddu hennaa argan hinaaffa'aan guuttamanii isaan abaara'aa dubbii Phaawuloos dubbatu morman.


«Obboleeyyan Yooseefii isatti hinaaftee garbicha akka ta'uuf biyya Misiriititti gurguratteen. Rabbi ammoo isa woliin ture.


Isaan walgayanii uduu jiran Philaaxoos, «Eennuun isinii hiika? Baarbaaniin moo Yesuusii Kiristoos jedhamu?» isaaniin jedhe.


Uduu inni teessoo murti'ii irra taa'eeru, haati manaa isaa waan isaatiif adha eebju'uun rakkoo gudda'atu narra gayeera. Nama qajeelaa kana womaa hin godhin jettee isatti ergite.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite