Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Hennaa ayyaanaa san mootiin biyyaa nama hidhame ka baniin jaalatu tokko isaanii hiikuu aadaa qaba.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Bulchaan'llee woggamaan yeroo Ayyaana Faasiikaa Yihudotaa titti akka isaaniif hiiku, ummanni hidhamaa tokko hiikee isaaniif akka gad dhiisuu barsiisee ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Hennaa ayyaanaa san mootiin biyyaa nama hidhame ka baniin jaalatu tokko isaanii hiikuu aadaa qaba.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:15
11 Referans Kwoze  

Fisxoos ammoo Yihuudota gammachisuu barbaadee Phaawuloosiin, «Gara Yerusaalemii deemtee waan kanaaf afoo kiyyatti akka sii muramu feetaa?» jedhee deebiseef.


Woggaa lamaan maayii, Phorikiyoos Fisxoos bakka Filiksii bulchaa ta'e. Filiksillee Yihuudota gammachiisu'uuf jedhee, Phaawuloosiin hidhaa keessatti dhiise.


Kanaaf hennaa san akka fannifamu dabarsee isaanitti kenne.


Eegasuu adabee isa hiika.»


Haata'uu ammoo, «Gumii eddu'utti nageenni akka hin boorofne guyyaa ayyaanaatiin hin ta'in» jedhan.


Hennaa san nama dharaan beekkamu ka Baarbaan jedhamu tokko mana hidha'aa keessa jira.


Hennaa ayyaanaa nama hidhame tokko hiikuun aadaa isaanii waan ta'eef.


Marti isaaniituu wolta'anii, «Namicha kana balleessi Baarbaaniin nuu hiiki!» jedha'aa wocan.


Pheexroos ammoo diida balbala dhaabateera. Eeganaa bulchaa gadootaa biratti beekkamaa ture. Darasaan biraallee bayee, ta balbala eeddutti himee, Pheexroosiin seensise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite