Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Inni waan tokkollee hin deebifneef; Kanaafuu bulchaan guddisee maalale.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Yesus garuu haga bulchaan malalffatutti himannaa tokkoof'llee, dubbii tokko hin deebifnneef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Inni waan tokkollee hin deebifneef; Kanaafuu bulchaan guddisee maalale.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:14
10 Referans Kwoze  

Adunyaa, Maleekkotaa fi namoota birrattillee worra taphaa taaneerra. Rabbi nu ergamoota akka namoota duuti itti murtayee waan maraa caalaa duuba akka taanu waan nu taasisan naffakkaata.


Yesuus ammoo hin cadhise, Achiin maayessa bulchaan gadootaallee, «Maqaa Rabbii jiraata'aatiin si wogee, ati Kiristoosii Ilma Rabbii yoo taate nutti himi» jedheen.


Bulchoonni gadootaatii fi manguddoonnillee hennaa isa himatan womaa isaanitti hin deebifne.


Hennaa san Philaaxoosi namni hagamii akka sitti rageesse hin dhageettuu? jedheen.


Yesuusillee ammoo deebii biraa tokkollee hin deebifneef; Philaaxoos waan kana hin baaseeffate.


Kanaaf gaafii heddu isa gaafate. Inni ammoo waa tokkollee isaa hin deebifne.


Deebi'ee gara moonaa bulcha'aa seenee, «Ati eessaa dhufte?» jedheen. Yesuus ammoo waan tokkollee hin deebifneef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite