Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Hennaa san Philaaxoosi namni hagamii akka sitti rageesse hin dhageettuu? jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Kanaan duubatti Philaaxos, «Waan meeqaan yoo si himatan, hin dhageettu ree?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Hennaa san Philaaxoos namni hagamii akka sitti rageesse hin dhageettuu? jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:13
5 Referans Kwoze  

Bulchaan gadootaa ol ka'ee, «Waan isaan si irratti ragan kanaaf ati waan tokkollee hin deebiftuu?» jedheen.


Ajajaan loltoota kumaa gara gandaa akka galchan ajaje. Sababa maali'iitiif akkana akka iyyan beeku'uuf tuma'aa qoradhaa'a isaaniin jedhe.


Philaaxoos deebisee, «Ani Yihuudii ree? Worri keetii fi bulchoonni gadootaa wonti natti dabarsanii si kennaniif, maal gooteeti?» jedheen.


Bulchoonni gadootaatii fi manguddoonnillee hennaa isa himatan womaa isaanitti hin deebifne.


Inni waan tokkollee hin deebifneef; Kanaafuu bulchaan guddisee maalale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite