Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Bulchoonni gadootaatii fi manguddoonnillee hennaa isa himatan womaa isaanitti hin deebifne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Garuu itti gaafatamoonni qeesotaatii fi jaarsonni'llee, yoo isa himataniin, deebii woyiituu hin kennine.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni hennaa isa himatan womaa isaanitti hin deebifne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:12
10 Referans Kwoze  

Yesuus ammoo hin cadhise, Achiin maayessa bulchaan gadootaallee, «Maqaa Rabbii jiraata'aatiin si wogee, ati Kiristoosii Ilma Rabbii yoo taate nutti himi» jedheen.


Hennaa isa arrabsanillee deebi'ee hin arrabsine, hennaa isa rakkisanillee inni namatti hin baananne. Waaqa qajeellumma'aan murtii kennutti dabarsee uf kenne malee.


Huleen inni barreeffama kutaa kitaabaa keessaa dubbisa'aa ture sun, «Inni akka hoolaa qalamu'uuf oofama'aartuu, akka ilmoolee hoola'aa hennaa namni rifeensa isii irraa muru akkuma cadhiftu Innillee akkasuma waan tokkollee hin dubbanne.


Inni waan tokkollee hin deebifneef; Kanaafuu bulchaan guddisee maalale.


Hennaa san Philaaxoosi namni hagamii akka sitti rageesse hin dhageettuu? jedheen.


Kanaaf gaafii heddu isa gaafate. Inni ammoo waa tokkollee isaa hin deebifne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite