Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yesuusillee bulchaa afoo dhaabate; bulchaanillee, «Ati mootii Yihuudotaatii?» jedhee isa gaafate. Yesuus, «Maarre atuu jette» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Yeroo sanitti Yesus gara bulicha'aa gara Phiilaaxosii ni dhiyaate, bulichaan'llee, «Ati nugusa worra Yihudotaatii?» jechu'uun, ni gaafateen, Yesus'llee, «Akkuma ati jette» jechu'uun ni deebise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yesuus bulchaa afoo dhaabate; bulchaanillee, «Ati mootii Yihuudotaatii?» jedhee isa gaafate. Yesuus, «Maarre atuu jettee» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:11
11 Referans Kwoze  

Yihuudaan dabarsee isa kennu deebisee, «Barsiisaa'a, ana ta'innaa?» jedhe. Innillee atuu jette jedheen.


Yesuusillee ee ana. Ilmi Namaa mirga Rabbii waan maraa godhuu danda'uu taa'ee samii irraa deebi'ee duumessaan hennaa dhufu hin argitan jedhe.


Yesuus deebisee, «Maarre atinuu jette. Haata'uu ammoo akkana isiniin jedha, amma irraa jalqabee Ilmi Namaa harka mirga Rabbii hunna qabuu ka samii taa'u duumessaanillee hennaa deebi'ee dhufu hin argitan» jedheen.


«Mootiin Yihuudotaa ka dhalate, eessa jira? nu urjii isaa karaa aduun baatutti arginee, isaa sagadu'uuf dhufneerra» jedhanii iyyaafatan.


Rabbi waan maraa lubbu'uun jiraachisu'uuf, Yesuus Kiristoosii Philaaxoosii Pheenxenicha afo'otti amanamummaa mishaa rage afo'otti si ajaja.


Barataan akka barsiisa'aa, hojjataanillee akka hojjachiisaa ufii haa ta'uu. Eega abbaa manaatiin Bi'elizebul jedhan, maatii isaatiin ammoo attamitti kana caalaa hin jenneeniree!


Sababaa kiyyaaf isinitti murteessu'uuf jedhanii, gara bulchootaa fi moototaa isin dhiyeessan, isaaniif worra Yihuudota hin taane afo'otti worra ragaa naa bayu taatan.


Isaan martinuu, eegasuu, «Ati Ilma Rabbii tii?» jedhaniin. Innillee, «Akka ani isa ta'e isinuu jedha'aattan» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite