Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:75 - WAADAA LAMMATAA

75 Achiin maayessa Pheexroos dubbii Yesuus, «Uduu lukkuun hin iyyin harka sadihii na waakkatta» jedhe qaabatee, gara diidaa gad bayee akka malee mararamee booye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

75 Phexiros'llee, «Lukkuun uduu hin iyyin, yeroo sadihii ana waakkata» jedhee, Yesus ka dubbate, ni yaadate. Gara alaa'llee bayeeti, fiqqifatee ni booye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

75 Achiin maayessa Pheexroos dubbii Yesuus, «Uduu lukkuun hin iyyin harka sadihii na waakkatta» jedhe qaabatee gara diidaa gad bayee akka malee mararamee booye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:75
11 Referans Kwoze  

Yesuus, «Ani dhugamaan siin jedhaa, edanuma, uduu lukkuun hin iyyine, harka sadihii na waakkatta» jedheen.


Yesuusillee akkana jedhee deebiseef, «Lubbuu tee naaf kennitaa? Dhugama dhuga'aatiin siin jedha uduu lukkuun hin iyyin hennaa sadi na ganta» jedheen.


Obboleeyyan tiyya! Namni balleessaa kamiinuu hojjatee yoo argame, isin worri ka Ayyaanaa taatan isin nama akkanaa kana Ayyaana gara laafumma'aatiin qajeelchaa'a. Atillee akkasuma akka hin qoratamne uf eegi.


Ati akka worra kaan caaltu eentu si taasise? wonti ati hin arganne maali'i? Eega isa irraa fudhatte amma maali'iif akka waan kan kee ta'eetitti uf jajja ree?


Ka afoo namaatitti na waakkatu maraa, anillee akkasuma Abbaa kiyya ka samii jiru afo'otti isa waakkadha.»


Hennaa san inni, «Ani namicha isin jettan san hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakachuu jalqabe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite