Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:74 - WAADAA LAMMATAA

74 Hennaa san inni, «Ani namicha isin jettan san hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakachuu jalqabe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

74 Yeroo sanitti Phexiros, «Ani nama kana hin beekuun!» jedha'aa, ufi abaaruu fi kakachuu jala ni qabe. Bakkumatti lukkuun ni iyye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

74 Hennaa san inni, «Ani namicha isin jettan san hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakachuu jalqabe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:74
19 Referans Kwoze  

Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan hin adaba. Kanaafuu qajeelii aagii gali.


Gooftaa Yesuus Kiristoosiin ka hin jaalanne yoo jiraate, ka abaarame haata'u. Gooftaa keenna koottu.


Akkuma Pheexroos lamaffaa ganeen yoosuu lukkuun iyye.


Worra Foon namaa ajjeesee lubbuu ammoo ajjeesuu hin dandeenne hin sodaatinaa'a. Rabbii lubbu'uu fi foonillee asaaba keessatti gatuu danda'u sodaadhaa'a.


Waan worra fooniin gosa kiyya ta'anii, waan obbolewwan tiyyaatiif, Kiristoosiin irraa fooyamee ani ka abaarame akka ta'u Rabbiin kadhata'aa ture.


Pheexroos ammoo deebisee, «Namicha nana waan ati jettu kana ani hin beeku!» jedhe. Uduma inni kana dubbataaru, lukkuun iyye.


Inni ammoo ka ati jettu hin beeku hin qaabadhulle'e jedhee ganne. Achiin maayessa akkuma inni karra gad bayeen lukkuun iyye.


Yesuus Pheexroosiin, «Ani dhugamaan siin jedha; halkanuma kana uduu lukkuun hennaa lamaan hin iyyine ati hennaa sadihii na ganta» jedheen.


Gumiin martinuu deebisanii, «Dhiinni isaa nu'uu fi ijoollee teenna irra haa ta'uu» jedhan.


Yesuus, «Ani dhugamaan siin jedhaa, edanuma, uduu lukkuun hin iyyine, harka sadihii na waakkatta» jedheen.


Diqqoo turanii worri achi dhaabataniiran gara Pheexroosii dhufanii, «Akki ati dubbattuuyyuu hin beessisa, ati dhugamaan nama gosa isaaniiti» jedhaniin.


Achiin maayessa Pheexroos dubbii Yesuus, «Uduu lukkuun hin iyyin harka sadihii na waakkatta» jedhe qaabatee, gara diidaa gad bayee akka malee mararamee booye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite