Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:73 - WAADAA LAMMATAA

73 Diqqoo turanii worri achi dhaabataniiran gara Pheexroosii dhufanii, «Akki ati dubbattuuyyuu hin beessisa, ati dhugamaan nama gosa isaaniiti» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

73 Yeroo muraasaan duubatti namoonni achi dhaabatanii turan gara Phexirosii dhiyaatanii, «Haasofnni kee ni beekisisa, dhugamaanuu ati'llee isaan keessaa tokko» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

73 Diqqoo turanii worri achi dhaabataniiran gara Pheexroosii dhufanii, «Akki ati dubbattuuyyuu hin beessisa; ati dhugamaan nama gosa isaaniiti» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:73
8 Referans Kwoze  

Lammaffaallee ani isa hin beeku jedhee kakatee waakkate.


Hennaa san inni, «Ani namicha isin jettan san hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakachuu jalqabe.


Pheexroos ammoo ammallee hin ganne. Hennaa diqqo'oon maayessa worri achi dhaabateeru, Pheexroosiin «Ati nama Galiila'aa waan taateef, dhugamaan ati nama isaaniiti» jedhaniin.


«Kunniin worri akkana dubbatu maruu namoota Galiila'aatii mii?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite