Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:71 - WAADAA LAMMATAA

71 Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe, ta biraallee isa argitee, worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

71 Bayu'uuf gara balbalaa yoo deemu, intaltti hojjatuu manaa ta bira'aa argiteeniiti, namoota achi turaniif, «Naminni kun Yesusii Naazireet woliin ni ture!» jette.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

71 Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe ta biraallee isa argitee worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:71
6 Referans Kwoze  

Hennaa diqqo'oon maayessa namni biraa isa argeeti, «Ati isaan keessaa tokko» jedhe. Pheexroos ammoo, «Namana namni sun, anaa mit» jedheen.


Raattotaan waan Yesuusii, «Inni ‹Naazireeticha› jedhama» jedhamee ka dubbatame akka raawwatamuuf, gara qachaa Naazireeti jedhamtuu dhaqee achi taa'e.


Inni ammoo, «Nama ati jettu kana ani hin beeku» jedhee nama maraa afo'otti waakkate.


Lammaffaallee ani isa hin beeku jedhee kakatee waakkate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite