Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:70 - WAADAA LAMMATAA

70 Inni ammoo, «Nama ati jettu kana ani hin beeku» jedhee nama maraa afo'otti waakkate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

70 Inni garuu, «Waan ati jettu hin beeku!» jechu'uun isaan mara duratti ni waakkateen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

70 Inni ammo, «Nama ati jettu kana ani hin beeku» jedhee nama maraa afo'otti waakkate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:70
17 Referans Kwoze  

Kanaaf ka waan dhaabate itti fakkaate akka hin kufne ufi haa eeguu.


Haata'uu ammoo worri sodaatu ka hin amanne, worri battaaye, ka lubbuu ajjeese, worra adaba hin qabne, worra asmaa hojjatu, worra waaqa tolfamaa kaddaaman, sobduun marti hireen isaanii dhagaa ibiddaatii fi galaana bobayu, kunillee du'a lamaffa'aati.


Sun dhugaa'a; isaan amanuu dhabuu isaaniitiin caban; atillee sababaa amantaa keetiitiin dhaabatteerta; sodaadhu malee, waan uf jaju'uu hin yaadin.


Dhuma dubbii kanaa argu'uuf dallawa keessa seenee hojjattoota woliin taa'e.


Haata'uu ammoo kun martinuu wonti ta'eef Kitaaboleen raattotaa haa raawwatamu'uuf» jedheen. Hennaa san darasoonni martinuu Isa dhiisanii dheessan.


Worra Yesuusiin woliin jiran keessaa tokko guraadee baafatee gurra hojjataa gadichaa dhayee irraa kute.


Pheexroos manaan ala dallawwa keessa taa'ee uduu jiru, Dubartiin hojjattuun takka gara isaa dhuftee, «Atillee Yesuusii Galiila'aa woliin turte!» jetteen.


Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe, ta biraallee isa argitee, worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette.


Inni ammoo, «Intalattii nana, ani isa hin beeku» jedhee gane.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite