Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Dubartiin takka urgoo gatiin isaa gudda'aa ka bilqaaxii Albaaxiroosiititti guuttame qabattee gara isaa dhuftee, uduu inni hurbaataaf taa'eeru, urgoo san mataa isaa irratti buufte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Achitti'llee Yesus nyaataaf taa'ee uduu jiru, dubarttiin takka shittoo gatiin isaa haalaan guddaa ta'e bilqaadii albasixiroosii guuttame qabattee, gara isaa ni dhiyaatte, shittoo'llee mataa isaa irratti ni jissite.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Dubartiin takka urgoo gatiin isaa gudda'aa ka bilqaaxii Albaaxiroosiititti guuttame qabattee gara isaa dhuftee uduu inni hurbaataaf taa'eeru urgoo san mataa isaa irratti buufte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:7
12 Referans Kwoze  

Ati mataa kiyya dhadhaa na hin ibsine, isiin ammoo urgoo gatii gudda'aan bitamu luka kiyya ibsite.


Darasoonni isaa hennaa argan, aaranii, «Kun maaf lafatti bada?


Yesuus hennaa Bittaaniya'aatti mana Simoonii dhukkuba gogaa kukkutuun qabameeruutitti hurbaata'aaf waamamee uduu achi jiru, dubartiin takka Urgoo Naardoosii ka gatiin isaa gudda'aa qabattee dhuftee, bilqaadii cabsitee mataa isaatitti buufte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite