Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:67 - WAADAA LAMMATAA

67 Hennaa san hancufa fuula isaatitti tufanii tontoommo'oon dhayan; Kuuwwan dhabanaasa'aan kabalanii,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

67 Yeroo sanitti hancufa isaanii itti ni tufan, ni humi'aniin, ni dhabanaassa'an'llee dhaya'aanii,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

67 Hennaa san hancufa fuula isaatitti tufanii tontoommo'oon dhayan; Kuuwwan dhabanaasa'aan kabalanii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:67
24 Referans Kwoze  

Hennaa inni kana jedhe, worra hojjattootaa ka achi dhaabata'aa turan keessaa tokko, «Bulchaa gadootaatitti akkana deebiftaa?» jedhee, Yesuusiin dhabanaasa'aan dhaye.


Itti tufan, uleellee harkaa fuudhanii mataa keessa dhayan.


Namoonni gariin Yesuusitti tufanii, ija isaallee hidhanii, «Eentu si dhaye? Mee raaga himi» jedha'aa tontoommo'oon isa dhayan. Hojjattoonnillee dhabanaasa'aa fuudhanii deemaniin.


Ani ammoo akkana isiniin jedha; nama waan badaa sirratti hojjate haluu hin bayin. Namni tokko boqoo mirgaa yoo si dhabanaase, taanillee itti deebis.


Itti dhiyaatanii, Mootii Yihuudi'ii nageenni siif haata'uu jedha'aa, dhabanaasaniin.


Isaan mataa isaallee ule'een dhaya'aa, itti tufa'aa, itti balda'aa afoo isaatitti jilbiiffatanii isaa sagadan.


Hamaa yoo nutti dubbatan Rabbiin isaanii kadhana. Haga ammaa fishaa adunya'aatiif xurii lafa tanaa taaneerra.


Isaan itti baldan, itti tufan, hin tumama, hin ajjeesan; haata'uu ammoo guyyaa saddaffa'aa hin ka'a» isaaniin jedhe.


«Kiristoos! ka dhabanaasa'aan si dhaye eennu? mee raaga nutti himi» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite