Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:66 - WAADAA LAMMATAA

66 Maal isinitti fakkaata?» jedhe. Isaan deebisanii, «Inni haa du'uu» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

66 Eegaa, maal isinitti fakkaata?» Isaan'llee, «Du'atu isaan mala!» jechu'uun, ni deebisan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

66 Maal isinitti fakkaata?» jedhe. Isaan deebisanii, «Inni haa du'uu» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:66
8 Referans Kwoze  

Yihuudonnillee deebisanii, «Nu seera qabna; akka seera keennaatitti du'uu barbaachisa. Ilma Rabbii waan uf godheef» isaan jedhan.


Raattota keessaa namni abbootiin keessan itti ka'anii hin ariine eennu? worra dhufa woyyichaa firrisanii dubbatan ajjeesaniiru. Worri karaa Maleekkotaatiin seera fudhatanii fayyadamuu hin eenne. Isinillee amma dabarsitanii isa kennitan hin ajjeeftaniinillee.»


Isin nama qajeelaa isin hin morminetti murteessitanii ajjeeftaniirtan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite