Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:65 - WAADAA LAMMATAA

65 Hennaa san bulchaan gadootaa uffata ufii biinxee, «Kunoo Inni Rabbiin arrabseera! Eegasuu ammaa achi ragaa biraa maaf barbaanna?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

65 Yeroo kanatti itti gaafatamaan qeesotaa dallansu'uun uffata isaa tarsaaseeti, akkana ni jedhe, «Kunoo, Waaqaa irratti dubbii arrabaa dubbatee jira! Isin'llee arraba isaa dhageettanii jirttan! Kana ka caalu ragaa maal barbaachisa!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

65 Hennaa san bulchaan gadootaa uffata ufii biinxee, «Kunoo Inni Rabbiin arrabseera! Eegasuu ammaa achi ragaa biraa maaf barbaanna?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:65
12 Referans Kwoze  

‹Ani Ilma Rabbii ti› waan jedheef, isin ka Aabba woyyoomsee gara adunya'aa erge, ‹Rabbiin arrabsita› jettaniinii?


Yihuudonnillee, «Hujii misha'aaf si hin dhoofnu waan arraba keetiitiif, ati nama taatee waan Rabbiin uf gooteef» jedhanii deebisaniif.


Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'ee gariin, «Namichi kun Rabbiin arrabsa» jedhanii garaa ufii keessatti yaadan.


Ergamoonni Baarnaabaasii fi Phaawuloos ammo, henna kana dhagayan uffata ufii tarsaasaanii gara bani'ii fiiganii iyya'aa akkana jedhan.


Barsiisonni Seera Muuse'ee tii fi Fariisonni, «Ka Rabbiin arabsu kun eennu inni? Rabbii tokkicha malee eennutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?» jedha'aa yaada'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite