Wongeela Maatewos 26:64 - WAADAA LAMMATAA64 Yesuus deebisee, «Maarre atinuu jette. Haata'uu ammoo akkana isiniin jedha, amma irraa jalqabee Ilmi Namaa harka mirga Rabbii hunna qabuu ka samii taa'u duumessaanillee hennaa deebi'ee dhufu hin argitan» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa64 Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Akkuma ati jette, garuu ammaa achitti Ilmi Namaa huminna isaatiin, mirga Waaqaatiin taa'ee ni argitaniin, akkuma kana duumessa sami'ii keessan yoo dhufu, ni argitaniin isiniin jedha!» Gade chapit laKitaaba Woyyuu64 Yesuus deebisee, «Maarre atuu jette. Haa ta'uu ammo akkana isiniin jedha, amma irraa jalqabee Ilmi Namaa harka mirga Rabbii hunna qabuu ka samii taa'u duumessaan hennaa deebi'ee dhufu hin argitan» jedheen. Gade chapit la |