Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:61 - WAADAA LAMMATAA

61 «Namichi kun, ‹Ani mana woyyuu Rabbii kana diigee guyyaa sadihitti ijaaruu danda'a› jedheera» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

61 «Naminni kun, ‹Mana Waaqaa ka Waaqeffanna'aa kana diigee, guyyaa sadihitti deebisee ijaaru'uuf ni dandda'a› jedhee yoo dubbatu» jechu'uun, ni dubbatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

61 «Namichi kun, ‹Ani mana woyyuu Rabbii kana diigee guyyaa sadihitti ijaaruu danda'a› jedheera» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:61
22 Referans Kwoze  

«Ati ka mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti ijaartu, mee uf fayyisi. Ilma Rabbii yoo taate mee fannoo irraa gadi bu'i.» jedhaniin.


Worri achi biraan lufanillee mataa ufii raasa'aa akka malee isa arrabsa'aa, «Hay! Ati namni mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti deebiftee ijaartu,


Haga sagalee kana maraa dhagaya'aa turan qoonqa isaanii ol qabatanii, «Nama akkanaa kana lafa irraa balleessi! Inni lubbu'uun hin jiraatin»! jedhan.


«Namni kun seera mormee akka Rabbiin kaddaaman namoota hawata» jedhaniin.


Worra Efiqoroos ogeeyyota Istookoos worra jedhaman gari gariin isaan wol argan, gariin ammoo, «Kun qaaqilichi maal dubbatuu barbaada?» jedhan. Gariin waan Oduu Nagayaa du'aa ka'uu Yesuusii waan isaanitti lallabeef, «Waan waaqolee haarawaa waan dubbatu fakkaata» jedhan.


Rabbi akka Muuse'etti dubbate nu hin beenna. Namni kun ammoo, inni eessaa akka dhufe hin beennu!» jedhaniin.


«Kun gumii keenna dogoggorsa'aa, Qeesaarii fi mootii worra Rooma'aatii gibira akka hin kaffallee yoo dhooggu, ammo Ani Kiristoosii mooti'i uduu jedhu argine» jedhanii himachuu jalqaban.


Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe, ta biraallee isa argitee, worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette.


Worri Fariisootaa ammoo hennaa kana dhagayan, «Inni hunna mootii jinni'ii ka Bi'eelzeebul jedhamu calla'aan malee jinniiwwan hin baasu» jedhan.


Bulchaan gadootaa ol ka'ee, «Waan isaan si irratti ragan kanaaf ati waan tokkollee hin deebiftuu?» jedheen.


Yihuudaan birrii mana woyyuu keessatti gatee, deemee uf hudhee du'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite