Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:60 - WAADAA LAMMATAA

60 Raattota dharaa hedduu hennaa fidanillee'e, womaa isa irratti hin argine; dhuma irratti namoonni lamaan dhufanii,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

60 Ragummaan dharaa baayi'een yoo dhiyaatan'llee, ragummaan du'a isa irratti murteessisu hin arganne, muummee irratti'llee ragoonni lamaa dhiyaatanii,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

60 Raattota sobaa heddu hennaa fidanillee womaa isa irratti hin argine; dhuma irratti namoonni lamaan dhufanii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:60
7 Referans Kwoze  

Jireenna keessan mishaa isin Yesuus Kiristoosiin keessaan qabdan akka waan isin waan hamaa gootaniititti namoonni isin hamatan akka saalfatan, isin yaada mishaa qabaadhaa'a.


Barumsa fayyinnaa kee keessatti amanama'aa fi nama kabajjamaa dubbii keetiinillee nama hin tuffatamne ta'i.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite