Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:59 - WAADAA LAMMATAA

59 Bulchoonni gadootaatii fi gumiin jaarsolle'ee maruu Yesuusiin ajjeesu'uuf raattoota dharaan isa irratti ragaa bayan soqa'aa turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

59 Itti gaafatamoonni qeesotaatii fi miseensonni yaa'ii Yihudotaa marri Yesusiin irratti murtii du'aa murtteessisu'uuf, ragaa dharaa ni barbaadan turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

59 Bulchoonni gadootaatii fi gumiin jaarsole'ee maruu Yesuusiin ajjeesu'uuf raattota sobaan isa irratti ragaa bayan soqa'aa turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:59
12 Referans Kwoze  

Ani ammoo akkana isiniiniin jedha, eennullee obboleessa yookiin obboleettii ufiititti yoo mufate, abboota murti'ii afo'otti itti murama; namni obboleessa ufiitiin «Gowwaa'a!» yoo jedhe yaa'iitu itti murteessa. Ka obboleessa ufiitiin ‹Duudaa'a!› jedhu maruu murtii ibidda asaabaatiif dhiyaata.


Bulchaan gadootaa Yesuusiin waan darasootaatii fi waan barumsaa gaafateen.


Waan maali'ii na gaafattan? Worra waan ani itti hime dhagayan gaafadhu. Kunoo kunniin waan ani dubbadhe hin beekan jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite