Wongeela Maatewos 26:53 - WAADAA LAMMATAA53 Ani Abbaa kiyya uduu gaafadhee, Inni ammoo ammuma maleekkota loltuu kudha lamaa caalan waan naa erguu hin dandeenne si fakkaataa? Gade chapit laWaadaa Haarawa53 Haa ta'u malee ani Abbaa kiyya uduu kadhadhee, inni hoomaa maleyikkoota kuma baayi'eetti laakkayaman, ka naaf hin ergine sitti fakkaataa? Gade chapit laKitaaba Woyyuu53 Ani uduu Abbaa kiyya gaafadhee, Inni ammo ammuma maleekkota loltuu kudha lamaa caalan waan naa erguu hin dandeenne sitti fakkaataa? Gade chapit la |
Heenokiin yoo Aadamiin irraa jalqabnee laakkofne torbaffa'aa; waan cubbuu isaan godhan maraaf, «Gooftaan akka maraa irratti murteessu, waan worri hammeeyyiiniif cubbamoonni isa irratti dubbatan waan gar-jabeenna maraatiif cubbamootatti murteessu'uuf woyyoota shikitaa woliin dhufeera» jedhee isaanitti raaga dubbateera.