Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:50 - WAADAA LAMMATAA

50 Yesuus deebisee, «Jaalalloo kiyya, waan huju'uuf dhufte huji» jedheen. Achiin maayessa isaan dhufanii Yesuusiin jabeessanii qaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

50 Yesus'llee, «Yaa waahela kiyya! Eegaa dhimmicha dhuftteef raawwadhu!» jedheen, kanaan duubatti namoonni gara Yesusii dhiyaatanii ni qabaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

50 Yesuus deebisee, «Jaalalloo kiyya! waan huju'uuf dhufte huji» jedheen. Achiin maayessa isaan dhufanii Yesuusiin jabeessanii qaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:50
6 Referans Kwoze  

Inni deebisee isaan keessaa tokkochaan akkana jedhe, ‹Jaalalloo kiyya si hin yakkine, gatii guyyaa tokkootiin wolii hin gallee?


Namichaan, ‹Jaalalloo kiyya attamitti uffata cidhaa uduu hin uffanne asi seente?› jedheen. Innillee hin cadhise


Yesuusi ammoo, «Yihuudaa'a, Ilma Namaa dhungachu'uun dabarsitee kennitaa?» isaan jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite