Wongeela Maatewos 26:49 - WAADAA LAMMATAA49 Yihuudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, «Barsiisaa'a, attam nagaya jirtaa!» jedhee isa dhungate. Gade chapit laWaadaa Haarawa49 Yihudaan'llee bakkumatti dhufee gara Yesusii dhiyaateeti, «Yaa barsiisaa! Nageenni siif haa ta'u!» jedhee, ni dhungateen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu49 Yihuudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, «Barsiisaa'a! attam nagaya jirtaa!» jedhee isa dhungate. Gade chapit la |