Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:48 - WAADAA LAMMATAA

48 Yihuudaan dabarsee isa kennu, «Namni ani dhungadhu isaa, isa qabaa'a» jedhee malkata isaanii kenne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

48 Yesusiin dabarssee ka kennu Yihudaan namootaan, «Ka isin barbaadan, ka ani dhungadhuun san waan ta'eef isa qaba'aan!» yoo jedhu, malikata isaanii kennee ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

48 Yihuudaan dabarsee isa kennu, «Namni ani dhungadhu isaa, isa qabaa'a» jedhee malkata isaanii kenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:48
7 Referans Kwoze  

Inni Yesuusiin dabarsee kennu sunillee, «Namichi ani dhaqee dhungadhu sun isaa uf eegaa qabaa fuudhaa'a» jedhee dursee malkata kenneef.


Uduu Yesuus waan kana dubbata'aaru, darasoota kudha lamaan keessaa tokko, Yihuudaan dhufee; gumiin hedduu isa woliin guraade'ee fi bokkuu qabatanii, bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni biyyaallee isa woliin dhufan.


Yihuudaan akkuma gara Yesuusii dhufeen, «Barsiisaa'a, attam nagaya jirtaa!» jedhee isa dhungate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite