Wongeela Maatewos 26:47 - WAADAA LAMMATAA47 Uduu Yesuus waan kana dubbata'aaru, darasoota kudha lamaan keessaa tokko, Yihuudaan dhufee; gumiin hedduu isa woliin guraade'ee fi bokkuu qabatanii, bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni biyyaallee isa woliin dhufan. Gade chapit laWaadaa Haarawa47 Uduma Yesus dubbata'aa jiru kunoo, barattoota isaa kudha lamaan keessaa tokko ka ta'e Yihudaan ni dhufe, isa woliin'llee billayaa fi ulee ka qabatan namoonni baayi'een ni dhufan, isaan'llee itti gaafatamoota qeesotaatii fi jaarsotii ummataa biraa worra ergaman turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu47 Uduu Yesuus waan kana dubbata'aaru darasoota kudha lamaan keessaa tokko Yihuudaan dhufee gumiin hedduu isa woliin guraade'ee fi bokkuu qabatanii bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni biyyaallee isa woliin dhufan. Gade chapit la |