Wongeela Maatewos 26:45 - WAADAA LAMMATAA45 Achiin maayessa gara darasootaa dhufee, «Isin haga ammaa rafa'aa, harabaafata'aartanii? Kunoo, sa'aatiin Ilmi Namaa harka cubbamootaatitti dabarfamee kennamu geetteerti. Gade chapit laWaadaa Haarawa45 Kanaan duubatti gara barattoota isaa deebi'ee dhufeeti, akkana isaaniin jedhe, «Ammallee raffittanii jirttanii? Boqannaa taasisa'aa jirttan moo? Kunoo, Ilmi Namaa harka cubbamootaa titti dabarffamee saa'aatiin itti kennamu gayee jira, Gade chapit laKitaaba Woyyuu45 Achiin maayessa gara darasootaa dhufee, «Isin haga ammaa raftanii hara baafata'aartanii? Kunoo! sa'aatiin Ilmi Namaa harka cubbamtootaatitti dabarfamee kennamu geetteerti. Gade chapit la |