Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Ammallee isaan irraa siiqee, hennaa sadaffa'aafillee akkasuma jedhee faateffate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Deebi'ee'llee isaan dhiisee deemeeti, jechuma duraan dubbate san irra deebi'ee dubbachu'uun, yeroo sadaffa'aatiif ni kadhate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Ammallee isaan irraa siiqee hennaa sadeesso'ootiifillee akkasuma jedhee faateffate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:44
6 Referans Kwoze  

Kanaaf wonti kun akka na irraa ka'uuf hennaa sadihii Gooftaa kadhadhe.


Yesuus uduu hin hifatin hennaa maraa akka faateffatan mammaaka akkana jedhee isaanitti hime.


«Hennaa faateeffattan akka worra Yihuudota hin taanee, dubbii bu'aa hin qabne irra hin deddeebi'inaa'a; isaan dubbii guddisu'uun waan Rabbi isaanii dhagayu seeyan.


Yesuus ammallee deebi'ee yoo dhufu ijji isaanii dunquqqaayee ka rafa'aaran arge.


Achiin maayessa gara darasootaa dhufee, «Isin haga ammaa rafa'aa, harabaafata'aartanii? Kunoo, sa'aatiin Ilmi Namaa harka cubbamootaatitti dabarfamee kennamu geetteerti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite