Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:43 - WAADAA LAMMATAA

43 Yesuus ammallee deebi'ee yoo dhufu ijji isaanii dunquqqaayee ka rafa'aaran arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Dabalee'llee gara barattoota isaa deebi'ee yeroo dhufetti, ijji isaanii hirribaan ulffaatanii waan turaniif, rafanii isaan ni argate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Yesuus ammallee deebi'ee yoo dhufu ijji isaanii dunquqqaayee ka rafa'aaran arge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:43
8 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo Pheexroosiif worri isa woliin turan hirribni waan isaan qabeef rafa'aa turan. Hennaa dammaqan ammoo ulfinna Yesuusiitiif namoota lamaan isaan woliin dhaabata'aa turan sanniin argan.


Namni maruu worra bulchaniif haa ajajamanii; Rabbiin irraa yoo ta'e malee, baalliin waan hin jirreef. Worri jiran ka baallii qabanillee Rabbiin muudaman.


Gurbaan ka'imaa ka Oyixikoos jedhamu tokko foddaa irra taa'ee hirribni waan qabeeniif muge. Hennaa Phaawuloos qaaqa dheeresse waan hirribni qabeenii tureef, mana mana gubba'aa yookaan gamoo sadaffa'aa irraa kufee du'ee reeffa kaasan.


Yesuus ammallee hennaa lammaffa'aaf isaan irraa siiqee, «Abbaa kiyya, mijuun rakko'oo tuni uduu hin dhunne narra lufuu ka hin danda'amne yoo ta'e, fedhiin tee haa taatu» jedhee faateffate.


Ammallee isaan irraa siiqee, hennaa sadaffa'aafillee akkasuma jedhee faateffate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite