Wongeela Maatewos 26:42 - WAADAA LAMMATAA42 Yesuus ammallee hennaa lammaffa'aaf isaan irraa siiqee, «Abbaa kiyya, mijuun rakko'oo tuni uduu hin dhunne narra lufuu ka hin danda'amne yoo ta'e, fedhiin tee haa taatu» jedhee faateffate. Gade chapit laWaadaa Haarawa42 Deebi'ee'llee Yesus yeroo Lammaffaa'llee fagaatee deemeeti, «Yaa Abbaa! Duloo sarddamaa kan uduu hin dhugin ana irra dabrru ka hin dandeenne yoo taate, fedhii kee haa ta'u!» jechu'uun, ni kadhate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 Yesuus ammallee hennaa lammeesso'ootiif isaan irraa siiqee, «Abbaa kiyya! mijuun rakko'oo tun uduu hin dhunne na irra lufuu ka hin danda'amne yoo ta'e fedhiin tee haa taatu» jedhee faateffate. Gade chapit la |