Wongeela Maatewos 26:40 - WAADAA LAMMATAA40 Achiin maayessa inni gara darasootaa dhufee, uduu rafa'aaran isaan argee, Pheexroosiin, «Maarre, isin sa'aatima tokkollee na woliin jabaachuu dadhabdanii? Gade chapit laWaadaa Haarawa40 Kanaan duubatti gara barattoota sadiinii deebi'ee yeroo dhufetti, rafanii isaan ni argate, kanaaf Phexirosiin akkana jedheen, «Isin anaan woliin saa'aatima tokko'llee jabaachu'uuf hin dandeennee miti? Gade chapit laKitaaba Woyyuu40 Achiin maayessa inni gara darasootaa dhufee uduu rafa'aaran isaan argee, Pheexroosiin akkana jedhe, «Maarre, isin sa'aatima tokkollee na woliin jabaachuu dadhabdanii? Gade chapit la |