Wongeela Maatewos 26:39 - WAADAA LAMMATAA39 Diqqoo isaan irraa siiqee, kallachaan gad kufee, «Abbaa kiyya, yoo danda'ame, mijuun rakkinnaa tun narra haa luftuu; haata'uu ammoo akka fedha keetii malee, akka fedha kiyyaa hin ta'in» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa39 Isaan irraa muraasa achi fagaatee deemeeti, lafa irratti kallacha isaatiin gonbbifamee, akkana jechu'uun ni kadhate, «Yaa Abbaa! Ka siif danda'amu yoo taate, duloon sarddamaa kun ana irraa garasi haa dabrru! Garuu fedhii kee haa ta'u malee, fedhii kiyya hin ta'in.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu39 Diqqoo isaan irraa siiqee kallachaan gad kufee, «Abbaa kiyya! yoo danda'ame, mijuun rakkinnaa tun na irra haa luftuu; haa ta'uu ammo akka fedha keetii malee akka fedha kiyyaa hin ta'in» jedhe. Gade chapit la |