Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:37 - WAADAA LAMMATAA

37 Pheexroosii fi ilmaan Zabdewoosii lamaanuu fudhatee, yaadda'uu fi gadduu jalqabe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

37 Isa woliin Phexirosii fi ijoollee Zabdewoosii lamaan fudhatee ni deeme, gaddu'uu fi sarddamuu'llee jala qabee.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

37 Pheexroosii fi ilmaan Zabdewoosii lamaanuu fudhatee, yaaddayu'uu fi gadduu jalqabe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:37
8 Referans Kwoze  

Inni akkuma achii deemeen, obboleeyyan lamaan Yaaqoobii fi Yohaannisiin, ilmaan Zabdewoosii arge. Isaan yabala ufii keessatti abbaa ufii Zabdewoosiin woliin Siiboo uduu midhaaffatan argee, isaan waame;


Guyyaa jahaan maayessa, Yesuus Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin hojja isaanii qabatee, gara gaara dheera'aatitti ol isaan baase.


Yesuus: Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisii achi, eennullee akka isa faanaa deemu hin barbaanne.


«Amma lubbuun tiyya raafamte maal jedhalle'e? ‹Abbaa kiyya hennaa tana jalaa na oolchi jedha moo?› kana akka hin jenne ammoo, ani wonti dhufeef rakkoo tanaaf.


Innillee dhiphatee jabaatee faateffate. Fuuruun isaa akka dhiigaa lafatti coccophe.


Achiin maayessa haati ijoollee Zabdiwoosii ijoollee ufii woliin gara Yesuusii dhuftee, isa afo'otti jilbiiffattee, waan tokko akka godhuuf isa kadhatte.


Qarqara galaana Galiila'aatiin uduu lufa'aaru obboleeyyan lamaan, Simoonii ka Pheexroos jedhamee fi Indiriyaas obboleessi Simoonii hennaa isaan siiboo gara galaanaa darban arge; Isaan worra qurxummii qaban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite