Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:35 - WAADAA LAMMATAA

35 Pheexroos ammo, «Yoma ka si woliin du'u ta'ellee'e, ani horoma si hin waakkadhu» jedheen. Darasoonni maruu akkasuma jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

35 Phexiros garuu, «Si woliin du'u'llee yoma ka barbaachisu ta'e'llee, ni du'a malee, gonkumaa si hin waakkadhu!» jedheen. Barattoonni hafan marrinuu, akkanuma kana ni jedhan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

35 Pheexroos ammo, «Yoma ka si woliin du'u ta'ellee ani horoma si hin waakkadhu» jedheen. Darasoonni maruu akkasuma jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:35
10 Referans Kwoze  

Sun dhugaa'a; isaan amanuu dhabuu isaaniitiin caban; atillee sababaa amantaa keetiitiin dhaabatteerta; sodaadhu malee, waan uf jaju'uu hin yaadin.


Pheexroosillee, «Gooftaa'a! Amma wonti si faanaa deemuu hin dandeenneef maali'i? Lubbuu tiyya sii kenna» jedheen.


Rabbiin nama maraa wol hin caalchifnee fi nama maraa irratti akka hujii isaatiin itti muru, yoo ka «Aabbaa» jettanii waamtan ta'e, haga adunyaa tana irra keessummumma'aan jirtan, isa sodaata'aa jiraadhaa'a


Kanaafuu jaalatamtoota tiyya! Hennaa ani isin bira jiru callaa uduu hin taane, hennaa maraa worra ajajamu, kabajja'aa fi soda'aan fayyinna keessan raawwadhaa'a.


Kanaaf ka waan dhaabate itti fakkaate akka hin kufne ufi haa eeguu.


Ka afoo namaatitti na waakkatu maraa, anillee akkasuma Abbaa kiyya ka samii jiru afo'otti isa waakkadha.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite