Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:30 - WAADAA LAMMATAA

30 Faaruu haga faarsaniin maayessa gara gaara ejersaa ol bayan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

30 Kanaan duubatti faaruu faarffatanii, gara Gaara Ejerssaa ni bayan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

30 Faaruu haga faarsaniin maayessa gara gaara ejersaa ol bayan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:30
11 Referans Kwoze  

Yesuus achi keessaa bayee akka aadaa isaa gara gaara ejersaa deeme. Darasoonnillee akkasuma isa faana deeman.


Hennaa Yeruusaalemitti dhiyaatan, gaara Ejersaatitti hulee Betafaagee jedhamtu gayan, Yesuus darasoota ufii keessaa nama lamaa akkana jedhee isaan erge.


Haata'uu ammoo ani Aabbaan akka jaaladhu adunyaan akka beettu, akka Abbaan na ajaje akkasuma godha. Ka'aa asii haa deemnuu.»


Yesuus guyyaa guyya'aan mana woyyuu keessatti barsiisa'aa ture. Halkan ammoo gara gaara ejersa jedhamu gubbaa bayee bula'aa ture.


Haata'uu ammoo akkana isiniin jedha, jeennata Abbaa kiyyaa keessatti isin woliin ammaa achi haga guyyaa daadhii woyini'ii dhuguutitti adha irraa jalqabee deebi'ee isin woliin hin dhugu» isaaniin jedhe.


Gooftaanillee, «Simoon, Simoon, kunoo, seexanni akka qamadi'ii isin gingilchu'uuf na kadhate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite