Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Uduu nyaata'aaran, Yesuus xoroshoo ol fuudhee eebbisee qoshoree darasootaan, «Hoo'aa nyaadhaa'a; kun foon kiyya» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Yeroo nyaatantti'llee Yesus hibsttii ol fuudhee ni eebbise, kukkutee barattoota isaatiin, «Hoo'aa nyaadhaa, kun foon kiyyaa» jedhee, isaanii ni kenne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Uduu nyaata'aaran Yesuus xoroshoo ol fuudhee eebbisee qoshoree darasootaan, «Hoo'aa nyaadhaa'a; kun foon kiyyaa» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:26
16 Referans Kwoze  

Guyyaa jalqaba torbaan duraa xoroshoo nyaachu'uuf uduu wolgeenneerru, Phaawuloos bariisaa deemu'uuf waan yaadeef, isaan woliin qaaqa'aa ture. Haga halkan qixxe'ee qaaqa dheeresse.


Marti isaaniituu untoo Ayyaana bifa tokkoo dhugan; untoon irraa dhuganillee dhagaa siida'aa ka faanaa deema'aa turan san; dhagaan sunillee Kiristoos.


Gaafuu garaa tokko ta'anii mana sagadaatitti jabaatanii mana isaaniitittillee xoroshoo woliin nyaata'aa gammachu'uu fi garaa qulqullu'uun hurbaata ufii nyaatan.


Uduu isaan woliin hurbaata'aaf taa'eeru xoroshoo ol fuudhee eebbisee caccabsee isaaniif kenne.


Yesuusillee xoroshoo shanii fi qurxummii lamaan san fuudhee, gara sami'ii ol laalee galata galchee, xoroshoo san caccabsee akka isaan namootaa qoodan darasoota ufiititti kenne. Qurxummii lamaanillee maruma isaaniitiif qoode.


Achiin maayessa inni gumiin marga irra akka taa'an ajaje. Xoroshoo shanii fi qurxummii lamaa fuudhee, gara sami'ii ol laalee, galateeffatee xoroshoo caccabsee, darasootatti kenne; darasoonnillee gumi'iif kennan.


Xuwweellee ol fuudhee Rabbiin galatoonfatee, isaanii kennee, «Isin maruu itti unaa'a;


Xuwwee ol fuudhee haga galateeffateen maayessa akkana jedhe, «Hoo'aa, kana wolii qoodaa'a!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite