Wongeela Maatewos 26:25 - WAADAA LAMMATAA25 Yihuudaan dabarsee isa kennu deebisee, «Barsiisaa'a, ana ta'innaa?» jedhe. Innillee atuu jette jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Yihudaan dabarssee isa kennu'llee, «Yaa barsiisaa! Ana ta'innaa?» jedhe. Yesus'llee, «Akkuma ati jette» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Yihuudaan dabarsee isa kennu deebisee, «Barsiisaa'a! ana ta'innaa?» jedhe. Innillee atuu jette jedheen. Gade chapit la |