Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Yesuus deebisee, «Ka ana woliin harka ufii qorii keessa kaayutu dabarsee na kenna» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebisee, «Ana ka dabarssee ana kennu, ka anaan woliin qorii keessaa ittoo tuqatu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Yesuus deebisee, «Ka ana woliin harka ufii qorii keessa kaayutu dabarsee na kenna» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:23
6 Referans Kwoze  

«Waan keessan maraafi hin dubbadhu, ani worra filadhe san hin beekaa, haata'uu ammoo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwattamuuf.


Haata'uu ammoo dabarsee ka na kennu kunoo harki isaa na woliin hurbaata irra jira.


Guddisanii gaddanii gari gariin isaanii, «Gooftaa'a, ana ta'innaa?» jechuu jalqaban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite