Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Guddisanii gaddanii gari gariin isaanii, «Gooftaa'a, ana ta'innaa?» jechuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Barattoonni isaa'llee waan kanaan haalaan gaddanii, tokko tokkoon isaaniituu yaa Gooftaa, «Ana ta'innaa?» jedha'aa, ni gaafachuunii jala qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Guddisanii gaddanii gari gariin isaanii, «Gooftaa'a! ana ta'innaa?» jechuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:22
7 Referans Kwoze  

Isaanillee namni isaan keessaa waan kana godhu eennuun ta'inna jedha'aa wol gaafachuu jalqaban.


Sadaffa'aaf, «Ilma Yoona'aa Simoon, na jaalattaa?» jedheen. Sadaffaa na jaalattaa? jennaniin Pheexroos gaddee, «Gooftaa kiyya! Ati waa maraa beetta; akka si jaaladhullee atuu hin beetta» jedheen. Yesuusillee, «Hoolota tiyya bobbaasi»


Uduu waa nyaata'aarani, Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa namni tokko dabarsee na kenna» jedhe.


Yesuus deebisee, «Ka ana woliin harka ufii qorii keessa kaayutu dabarsee na kenna» jedhe.


Namni uf qoree xoroshoo san haa nyaatuu; untoollee haa dhuguu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite