Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Uduu waa nyaata'aarani, Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa namni tokko dabarsee na kenna» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Yoo nyaatan'llee Yesus, «Dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa tokko ana dabarssee ni kenna» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Uduu waa nyaata'aaran Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa namni tokko dabarsee na kenna» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:21
11 Referans Kwoze  

Yesuus kana jedhee keessi isaa raafamee, «Dhugama dhuga'atiin isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna» jedhee rage.


Isa nu tooyatu afo'otti wonti maruu qulla'aa fi addaata'a, isa afo'otti uumamni dhokate hin jiru.


Ijoollee isi'iillee hin ajjeesa. Woldoonni Kiristaanaa maruu akka ani gara'aa fi qalbii qoruu hin beekan. Anillee isin maraafuu akkuma hujii keessaniititti isinii kenna.


«Guyyaa lamaan maayessa ayyaanni Faasika'aa akka ayyaaneffamu hin beettan. Ilmi Namaa worra Isa fannisutti dabarfamee kennama» jedhe.


Guddisanii gaddanii gari gariin isaanii, «Gooftaa'a, ana ta'innaa?» jechuu jalqaban.


«Waan keessan maraafi hin dubbadhu, ani worra filadhe san hin beekaa, haata'uu ammoo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwattamuuf.


Darasoonni waan eennuu akka dubbate mamaniiti deebi'anii wol laalan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite