Wongeela Maatewos 26:2 - WAADAA LAMMATAA2 «Guyyaa lamaan maayessa ayyaanni Faasika'aa akka ayyaaneffamu hin beettan. Ilmi Namaa worra Isa fannisutti dabarfamee kennama» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 «Guyyaa lamaan duubatti Ayyaanni Faasiika'aa akka ta'u ni beekittan, Ilmi Namaa fannifamu'uuf dabarffamee ni kennama.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 «Guyyaa lamaan maayessa ayyaanni Faasika'aa akka ayyaanteffamu hin beettan; Ilmi Namaa worra Isa fannisutti dabarfamee kennama» jedhe. Gade chapit la |