Wongeela Maatewos 26:19 - WAADAA LAMMATAA19 Darasoonni isaallee akkuma Yesuus isaan ajaje godhanii Faasikaa qopheessan. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Barattoonni isaa'llee akkuma Yesus isaan ajaje ni raawwatan, Irbaata Ayyaanaa Faasiika'aa'llee ni qopheessan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Darasoonni isaallee akkuma Yesuus isaan ajaje godhanii Faasikaa qopheessan. Gade chapit la |