Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Jalqaba guyyaa ayyaana xorosho'oo darasoonni gara Yesuusii dhufanii, «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Jalqaba guyyaa ayyaana Qixxa'aa titti barattoonni isaa gara Yesusii dhiyaatanii, «Irbaata Ayyaanaa Faasiika'aa eessatti akka si qopheessinu barbaadda?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Jalqaba guyyaa ayyaana xorosho'oo darasoonni gara Yesuusii dhufanii, «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:17
12 Referans Kwoze  

Darasoonni isaallee akkuma Yesuus isaan ajaje godhanii Faasikaa qopheessan.


Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.


Sa'aatii san irraa jalqabee dabarsee isa kennu'uuf hennaa mishaa isaaf tolu soqa'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite