Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 26:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Sa'aatii san irraa jalqabee dabarsee isa kennu'uuf hennaa mishaa isaaf tolu soqa'aa ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Inni'llee saa'aatii sanii jala qabee Yesusiin dabarssee ka itti kennu, yeroo mijaayaa ni barbaada ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Sa'aatii san irraa jalqabee dabarsee isa kennu'uuf hennaa mishaa isaaf tolu soqa'aa ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 26:16
6 Referans Kwoze  

Isaan waan kana hennaa dhagayan gammadanii, birrii kennu'uufiif waadaa seenan; kanaaf Yihuudaan Yesuusiin dabarsee kennu'uuf hennaa isaa aanju barbaadate.


Innillee maarre jedhe; bakka baniin hin jirretti dabarsee isaanitti kennu'uuf hennaa isaa tolu soqa'aa ture.


«Yoo ani isa dabarsee isinii kenne, isin maal naa kennitan?» isaaniin jedhe; isaan birrii soddoma jedhaniin.


Jalqaba guyyaa ayyaana xorosho'oo darasoonni gara Yesuusii dhufanii, «Hurbaata ayyaana Faasika'aa eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhanii isa gaafatan.


Innillee waan qulqullinnaa, waan mataa ufii tooyatu'uu, waan murtii dhufu'uuf jiruu dubbata'aa uduu jiru, Filiksi sodaatee, «Amma deemi; hennaa naa tole ergee si waamsisaa» jedhee deebise.


Waan obboleessa keenna Aphiloosii ammoo obboleeyyan isaa woliin gara keessan akka deemuuf guddisee kadheen ture, Inni ammoo amma dhufuu hin barbaadu, yoo toleef ammoo hin dhufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite