Wongeela Maatewos 26:13 - WAADAA LAMMATAA13 Ani dhugamaan isiniin jedha, biyya lafaa maraa keessatti, bakka kamittuu Oduun Nagayaa hennaa lallabamu wonti isiin goote kun ammoo akka isiin qaabatamtuuf himama.» Gade chapit laWaadaa Haarawa13 Dhugamaan isiniin jedha, biyya lafaa mara irratti bakka wongeelli kun itti lallabamu kamittuu kun wonitti isiin raawwatte, yaadannoo isi'iitiif ni dubbatamaaf.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Ani dhugamaan isiniin jedha, biyya lafaa maraa keessatti bakka kamittuu Dubbiin Nagayaa hennaa lallabamu wonti isiin goote kun ammo akka isiin qaabatamtuuf himama.» Gade chapit la |