Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 25:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Ceem'aaleeyyiin shanan ibsaa ufii qabatan malee, zayitii ibsa'atti buufatan hin qaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Shamarran gowwoota ibisaa isaanii yoma qabatan'llee ibisa'aaf ka ta'u bobayaa bira'aa jala hin qabanne turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Ceem'aaleeyyiin shanan ibsaa ufii qabatan malee sayitii ibsa'atti buufatan hin qaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 25:3
12 Referans Kwoze  

Bifa Waaqa kaddaamu'uu hin qaban, hunna isaa ammoo gananiiran. Worra akkasii irraa fagaadhu.


«Maleekkaa woldaa Kirstaanaa ta Sardeesiin keessa jirtuuf akkana jedhii barreessi. Ayyaanota Rabbii torbanii fi ka urjoota torbaa harkaa qabu akkana jedha. «Hujii kee hin beeka; ati maqamaaf jirta malee duuteerta.


Eennuun jalaallee Ayyaanni Rabbii akka hin dhidhanne, hiddi hadhaayaan namoota hedduu batteessu isin keessaa ol margee akka isin hin rakkifne, Ka adaba hin qabne akka isin keessatti hin argamne,


Yesuus itti aansee, «Hennaa san jeennanni sami'ii durba kudhanii ta ibsaa isaanii qabatanii idaayyaa reebbatu'uuf bayan fakkaatti.


Isaan keessaa shanan ceem'aaleeyyi'i shanan ammoo qalbiqabeeyyi'i.


Qalbiqabeeyyiin ammoo ibsaa ufii woliin zayitii bilille'etti qabatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite